LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Waxabajjii ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DAMMAQAA!
  • TIRAAKTOTA
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Waxabajjii ful. 1
Babalʼistoonni Maaltaa tiraaktiitti fayyadamanii nama tokkoof yommuu dhugaa baʼan

Babalʼistoonni Maaltaa tiraaktiitti yommuu fayyadaman

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Barruu Dammaqaa! Lakk. 2 2016 | Kitaabni Qulqulluun Kitaaba Gaarii Qofa Dhaa?

Barreeffamicha Kennuuf: Barruu Dammaqaa! dhiheenyatti baʼe sii kennuun dhufe.

Gaaffii: Mee gaaffii fuula 2 irra jiru qalbeeffadhu. Ati hoo maal sitti fakkaata?

Caqasa: Luq 7:35 Mata dureen kun yaadni kun Kitaaba Qulqulluuf kan hojjetu akkamitti akka taʼe ibsa.

DAMMAQAA!

Gaaffii: Yaada kanaa wajjin wal simanii jiraachuun gaarii sitti fakkaataa?

Caqasa: Mat 6:34

Barreeffamicha Kennuuf: [Mata duree “Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?—Yaaddoo” jedhu baasi.] Mata dureen kun Kitaabni Qulqulluun yaaddoo moʼuuf akkamitti akka nu gargaaruu dandaʼu ibsa.

TIRAAKTOTA

Tiraaktii

Gaaffii: Mee gaaffii kana ilaali. [Gaaffii fuula jalqabaa irra jiru filannoo isaa wajjin dubbisi.] Ati hoo maal sitti fakkaata?

Caqasa: [Fuula 2⁠ffaa tiraaktichaa irraa filadhu]

Barreeffamicha Kennuuf: Tiraaktiin kun caqasichi hiika maalii akka siif qabu ibsa.

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi