LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Waxabajjii ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DHUGAA BARSIISAA
  • MAATIIN GAMMACHUU AKKA ARGATU KAN GODHU MAALIDHA? (T-32)
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Waxabajjii ful. 1
Obboleettii Kitaaba Qulqulluu dubbisaa fi irratti xiinxalaa jirtu

Kitaaba Qulqulluu dubbisuu fi irratti xiinxaluuf yeroo ramaduu

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Dammaqaa! Lakk. 3 2017 | Kitaabni Qulqulluun Dhuguma Waaqayyo Biraa Dhufee?

Gaaffii: Kitaabni Qulqulluun Waaqayyo biraa dhufee? Moo yaada namootaa kan qabate dha?

Caqasa: 2Xi 3:16

Barreeffamicha Kennuuf: Baruun Dammaqaa! kun ragaa Kitaabni Qulqulluun dhugumaan Waaqayyo biraa akka dhufe argisiisu sadii ibsa.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamee jiru

Gaaffii: Jireenya keenya isa kennaa taʼeef ilaalcha akkamii qabaachuu qabna?

Caqasa: Mul 4:11

Dhugaa: Jireenyi, kennaa Waaqayyo biraa arganne waan taʼeef, kennaa kanaaf bakka guddaa kennuu qabna. Kanaaf, matumaa taʼe jennee wanta jireenya namoota kaanii balaadhaaf saaxilu hin raawwannu. Jireenyaaf bakka guddaa kennina.

MAATIIN GAMMACHUU AKKA ARGATU KAN GODHU MAALIDHA? (T-32)

Maatiin Gammachuu Akka Argatu Kan Godhu Maalidha?

Gaaffii: Mee gaaffiiwwan fuula jalqabaa tiraaktii kana irratti argamanii fi deebiiwwan gaaffiiwwan kanaaf kennama tokko tokko ilaali. Ati hoo maal sitti fakkaata?

Caqasa: Luq 11:28

Barreeffamicha Kennuuf: Yaanni tiraaktii kana irratti argamu, maatii kee akkamitti akka fayyaduu fi wanta Kitaabni Qulqulluun jedhutti amanuu kan dandeenyu maaliif akka taʼe ibsa.

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi