LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Bitootessa ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • MASARAA EEGUMSAA
  • MOOTUMMAAN WAAQAYYOO MAALIDHA?
  • WARAQAA AFEERRII AYYAANA YAADANNOO
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Bitootessa ful. 1
Albaaniyaatti Dhugaa Baatonni Yihowaa waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo namicha tokkoof yommuu kennan

Albaaniyaa keessatti Irbaata Gooftaatiif namoota yommuu afeeran

Ittiin Lixa

MASARAA EEGUMSAA

Masaraa Eegumsaa Lakk. 2 2017 | Kennaa Waaqayyoo isa Guddaa ni Fudhattaa?

Gaaffii: Kennaa Waaqayyoo nuuf kenne keessaa inni hunda irra caalu isa kami dha jetta?

Caqasa: Yoh 3:16

Barreeffamicha Kennuuf: Masaraan Eegumsaa kun Waaqayyo Yesuus nuuf jedhee gara lafaa dhufee akka duʼu kan godhe maaliif akka taʼee fi kennaa kana akka dinqisiifannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.

MOOTUMMAAN WAAQAYYOO MAALIDHA?

Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?

Gaaffii: [Fuula jalqaba tiraaktichaa itti argisiisi.] Gaaffii kanaaf deebii maalii kennita? Mootummaan Waaqayyo wanta garaa keenya keessa jirudhaa? Fakkeenyaan kan ibsamedhaa? Moo bulchiinsa samii irratti argamudha?

Caqasa: Dan 2:44; Isa 9:6

Barreeffamicha Kennuuf: Tiraaktiin kun Mootummaan Waaqayyoo maal akka taʼe beekuun kee faayidaa akkamii akka siif argamsiisu ibsa.

WARAQAA AFEERRII AYYAANA YAADANNOO

2017 Waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo

Barreeffamicha Kennuuf: Ayyaana addaa tokko irratti namoota afeeraa jirra. [Waraqaa afeerrii sana kenniif.] Ebla 3, 2009 (Ebla 11, 2017) namoonni miliyonaan lakkaaʼamanii fi addunyaa maratti argaman, duʼa Yesuus Kiristoos kabajuu fi haasaa duuti isaa akkamitti akka nu fayyadu ibsu dhaggeeffachuuf walitti qabamu. Waraqaan afeerrii kun, saʼaatii fi iddoo walgaʼiin kun itti geggeeffamu qabateera. Atis utuu irratti argamte natti tola.

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi