LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Bitootessa ful. 2
  • Bitootessa 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Bitootessa ful. 2

Bitootessa 6-12

ERMIYAAS 1-4

  • Faarfannaa 7 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ani Si Oolchuudhaaf Sii Wajjinan Jira”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Ermiyaas jedhamu taphachiisi.]

    • Er 1:6—Ermiyaas hojii haaraa isaaf kenname fudhachuu sodaatee ture (w11 3/15 29 key. 4)

    • Er 1:7-10, 17-19—Yihowaan, akka isa jabeessuu fi akka isa gargaaru Ermiyaasiif mirkaneesseera (w05-AM 12/15 24 key. 18; jr-E 88 key. 14-15)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 2:13, 18—Gochi gadheen Israaʼelonni amanamoo hin taane raawwatan lamaan kamfaʼi? (w07-AM 3/15 9 key. 8)

    • Er 4:10—Yihowaan saba isaa kan ‘gowwoomse’ akkamitti? (w07-AM 3/15 9 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 4:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 18

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo jiʼa Bitootessaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Duulli Ayyaana Yaadannoo Bitootessa 18 Jalqaba: (Daq. 8) Tajaajilaa fi Jireenya Kiristiyaanaa jiʼa Guraandhalaa 2016 fuula 8 irratti hundaaʼee haasaa obboleessa ilaaltuu ol aanaa tajaajilaa taʼeen dhihaatu. Waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo tokko tokko dhaggeeffattoota hundaaf kenni; achiis qabiyyee isaa irratti mariʼadhaa. Qophii waraqaa afeerrii naannoo tajaajilaa keenya keessatti raabsuuf godhame ibsi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 2 key. 23-34

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 62 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi