TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | ERMIYAAS 1-4
“Ani Si Oolchuudhaaf Sii Wajjinan Jira”
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Ermiyaas yommuu Yihowaan raajii akka taʼuuf isa muudetti umuriin isaa gara waggaa 25 taʼuu hin oolu. Itti gaafatamummaa kana fudhachuuf gaʼumsa akka hin qabne isatti dhagaʼamee ture; Yihowaan garuu yeroo hunda akka isa gargaaru isaaf mirkaneesseera.
647
Ermiyaas raajii taʼee muudame
607
Yerusaalem ni balleeffamte
580
Kitaabni Ermiyaas barreeffamee xumurame
Guyyoonni as irratti eeraman hundi Dh.K.D. argisiisu