LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Bitootessa ful. 3
  • Bitootessa 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Bitootessa ful. 3

Bitootessa 13-19

ERMIYAAS 5-7

  • Faarfannaa 37 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fedha Waaqayyoo Raawwachuu Dhiisan”: (Daq. 10)

    • Er 6:13-15—Ermiyaas cubbuu sabichaa saaxile (w88-E 4/1 11-12 key. 7-8)

    • Er 7:1-7—Yihowaan akka yaada geddaratan isaan kakaasuuf yaalee ture (w88-E 4/1 12 key. 9-10)

    • Er 7:8-15—Israaʼelonni Yihowaan tarkaanfii hin fudhatu jedhanii amanu turan (jr-E 21 key. 12)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 6:16—Yihowaan sabni isaa maal akka raawwatu ajaje? (w05-AM 11/1 23 key. 11)

    • Er 6:22, 23—Sabni tokko “biyya gara bitaatii in dhufa” jedhamuu kan dandaʼu akkamitti? (w88-E 4/1 13 key. 15)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 5:26–6:5

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) T-36—Deebitee dhaquuf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) T-36—“Qabxiiwwan Irratti Yaadamuu Qaban” jedhu irratti mariʼadhaa. Namni sun Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 1—Namni sun Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 123

  • “Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?—Akkamitti Itti Fayyadamna?”: (Daq. 15) Mata duricha irratti daqiiqaa shaniif mariʼachuudhaan jalqabi. Sana booda, viidiyoo barataa Kitaaba Qulqulluu tokkoo wajjin barumsa 8⁠ffaa birooshurichaa irratti mariʼachuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisu erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni nama qoʼachiisan qaban hundi, xumura qoʼannaa hundaa irratti akka itti gargaaraman jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 2 key. 35-40 saanduqa ful. 29 irra jiruu fi “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?” chaartii “Mootummaan Waaqayyoo Bulchiinsa Dhugumaan Jirudha” jedhuu fi ful. 30-31irra jiru, akkasumas chaartii “Dhalachuu Mootummichaatiif Qophaaʼuu” jedhuu fi ful. 32-33 irra jiru

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 60 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi