BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 5-7
Fedha Waaqayyoo Raawwachuu Dhiisan
Ermiyaas cubbuu fi fakkeessitummaa Israaʼelootaa ija jabinaan saaxileera
Israaʼeloonni manni qulqullummaa humna addaa dinqiidhaan isaan oolchu akka qabu isaanitti dhagaʼama ture
Yihowaan, aarsaan fakkeessuuf dhihaatu amalli sirrii hin taane fudhatama akka qabaatu akka hin goone beeksise
Akkana jedhii of gaafadhu: Waaqeffannaan koo fedha Yihowaa wajjin kan wal simu malee, fakkeessuuf qofa akka hin taane argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?
Ermiyaas karra mana Yihowaa fuuldura dhaabatee