LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DHUGAA BARSIISAA
  • WARAQAA AFEERRII WALGAʼIIWWAN GUMII (inv)
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa Tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 1
Dhugaa Baatonni Yihowaa waraqaa afeerrii walgaʼiiwwan gumii yommuu kennan

Walg​a​ʼii irratti akka argaman namoota yommuu afeeran

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Dammaqaa! Lakk. 5 2016 | Yesuus Dhuguma Jiraateeraa?

Gaaffii: Namoonni tokko tokko Yesuus dhuguma kan jiraate taʼuu isaa ni shakku; tokko tokko immoo mirkanaaʼoo dha. Kaan immoo sirriitti beekuun hin dandaʼamu jedhu. Ati hoo maal sitti fakkaata?

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun Dammaqaa! kun kana ilaalchisee ragaan jiru maal akka argisiisu ibsa.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamaa

Gaaffii: Yeroo duunu maal taana?

Caqasa: Yoh 11:11-14

Dhugaa: Namni tokko yommuu duʼu, jireenyaa ala taʼa. Kanaaf wanti duʼa booda jiru nu sodaachisuu hin qabu. Yesuus duʼa hirribaa wajjin wal fakkeesseera. Akkuma Alaazaariin “dammaqse,” michoonni keenya duʼaan dhabne deebiʼanii lafa irra akka jiraataniif isaan kaasa.—Iyoob 14:14.

WARAQAA AFEERRII WALGAʼIIWWAN GUMII (inv)

Waraqaa Afeerrii Walgaʼiiwwan Gumii

Barreeffamicha Kennuuf: Haasaa Kitaaba Qulqulluu kaffaltii malee dhihaatu irratti akka argamtu si afeeruun barbaada. Galma Mootummaa, jechuunis bakka waaqeffannaa keenya itti geggeessinutti dhihaata. [Waraqaa afeerrii walgaʼii kenniif, achiis saʼaatii fi bakka walgaʼiin Dilbataa itti godhamu itti argisiisi; mata duree haasaa sabaas itti himi.]

Gaaffii: Galma Mootummaa dhaqxee beektaa? [Barbaachisaa taanaan, viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu itti argisiisi.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi