LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Adoolessa ful. 1
  • Ittiin Lixa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa Tajaajilaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • MASARAA EEGUMSAA
  • DHUGAA BARSIISAA
  • QAYYABANNAAN MACAAFA QULQULLUU AKKAMITTI GEGGEEFFAMA?
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Adoolessa ful. 1
Biyya Xaaliyaaniitti hiriyoonni gaaʼelaa manaa gara manaatti yommuu tajaajilan

Biyya Xaaliyaaniitti manaa gara manaatti yommuu lallabamu

Ittiin Lixa

MASARAA EEGUMSAA

Masaraa Eegumsaa Lakk. 4 2017 | Kitaabni Qulqulluun Jireenyaa fi Duʼa Ilaalchisee Maal Jedha?

Gaaffii: Kaayyoon Waaqayyoo inni jalqabaa akka duunu turee?

Caqasa: Mul 21:4

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun Masaraa Eegumsaa kun Kitaabni Qulqulluun jireenyaa fi duʼa ilaalchisee maal akka jedhu ibsa.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamee jiru

Gaaffii: Rakkinni akkas kan baayʼate maaliifi?

Caqasa: 1Yo 5:19

Dhugaa: Bulchaan addunyaa kanaa Seexana dha.

QAYYABANNAAN MACAAFA QULQULLUU AKKAMITTI GEGGEEFFAMA?

Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? Viidiyoo

Barreeffamicha Kennuuf: Dhugaa Baatonni Yihowaa kaffaltii malee namoota Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisu. Qoʼannicha irratti gaaffiiwwan, ‘Rakkinni akkas kan baayʼate maaliifi? Maatiin koo gammachuu argachuu kan danda’u akkamitti?’ jedhaniif deebii argachuun ni dandaʼama. Viidiyoo gabaabaan kun Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka qoʼachiisnu argisiisa. [Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu taphachiisi.] Barreeffama kana irratti hundoofnee maree gochuu dandeenya. [Barreeffamoota qoʼachiisuuf itti fayyadamnu keessa tokko itti argisiisi; dandaʼamnaan Kitaaba Qulqulluu kan qoʼachiisnu akkamitti akka taʼe itti argisiisi.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi