LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Sadaasa ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • MASARAA EEGUMSAA
  • DHUGAA BARSIISAA
  • MACAAFA QULQULLUU QAYYABACHUU KAN QABNU MAALIIFI? (Viidiyoo)
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa Tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Sadaasa ful. 1
Obboleettota Chiyaappaas, Meeksikoo keessatti Afaan Zootziiliin dubartii tokkoof lallabaa jiran

Qajeelchitoota Chiyaappaas, Meeksikootti Afaan Zootziiliin misiraachicha lallabaa jiran

Ittiin Lixa

MASARAA EEGUMSAA

Masaraa Eegumsaa Lakk. 6 2016 | Mulʼatawwan Addunyaa Hafuuraa Hubachuu

Gaaffii: Namni tokko samiin maal fakkaata jedhee utuu si gaafatee maal jettee deebista?

Caqasa: Yoh 8:23

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun Masaraa Eegumsaa kun wanta Yesuusii fi Abbaan isaa samii ilaalchisee ibsan qabateera.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamee jiru

Gaaffii: Raajiin Kitaaba Qulqulluu kun wanta bara keenyatti taʼaa jiru waan dubbatu sitti hin fakkaatuu?

Caqasa: 2Xi 3:1-5

Dhugaa: Raajiin Kitaaba Qulqulluu guyyoota dhumaa ilaalchisee dubbatame raawwatamaa waan jiruuf, raajiiwwan gara fuulduraatti yeroo gaariin akka dhufu dubbatamanis akka raawwataman amanuu ni dandeenya.

MACAAFA QULQULLUU QAYYABACHUU KAN QABNU MAALIIFI? (Viidiyoo)

Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi? (viidiyoo)

Ittiin Lixa: Viidiyoo gabaabaa gaaffiiwwan guguddaa namoonni gaafataniif eessaa deebii argachuu akka dandeenyu ibsu namootatti argisiisaa jirra. [Viidiyicha taphachiisi.]

Barreeffamicha Kennuuf: Kitaabni kun Waaqayyo rakkina addunyaatiif akkamitti furmaata akka kennu ilaalchisee wanta Kitaabni Qulqulluun jedhu ibsa. [Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu ykn Maal Nu Barsiisa? jedhamu kenniif.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi