LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Sadaasa ful. 2
  • Sadaasa 7-13

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 7-13
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Sadaasa ful. 2

Sadaasa 7-13

FAKKEENYA 27-31

  • Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Haadha Manaa Mana Ishii Qabuu Dandeessuu Ibsa”: (Daq. 10)

    • Fak 31:10-12—Ishiin amanamtuu dha (w15 1/15 20 key. 10; w00-AM 2/1 31 key. 2; it-2-E 1183)

    • Fak 31:13-27—Ishiin ciminaan hojjetti (w00-AM 2/1 31 key. 3-4)

    • Fak 31:28-31—Nama hafuuraa galateeffatamuu qabdu dha (w15 1/15 20 key. 8; w00-AM 2/1 31 key. 5, 8)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Fak 27:12—Bohaartii ilaalchisee hubannaa akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? (w15 7/1 8 key. 3)

    • Fak 27:21—Namni tokko ‘afaan warra isa galateeffatuutiin kan ilaalamu’ akkamitti? (w11-AM 8/1 29 key. 2; w06-AM 9/15 19 key. 11)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fak 29:11–30:4

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 11

  • “Abbaan Manaa Ishee Yaaʼii Karra Mandaraa Keessatti Ulfina Qaba”: (Daq. 5) Haasaa jaarsaan dhihaatu.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10) Yoo barbaaddan barumsa Kitaaba Waggaa irraa argattan irratti mariʼadhaa. (yb16-E 40-41)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 18 key. 1-13

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 5 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi