Babalʼistoonni Azarbaajaanitti argaman birooshura Misiraachoo yommuu kennan
Ittiin Lixa
DAMMAQAA!
Gaaffii: Karaa sirrii taʼeen yeroo keenyatti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti?
Caqasa: Lal 4:6
Barreeffamicha Kennuuf: Barruun Dammaqaa! kun wanta dursa kennuufii qabnu ilaalchisee gorsa gaarii qabateera.
DHUGAA BARSIISAA
Gaaffii: Lafa kana irra kan jiraannu maaliifi?
Caqasa: Far 37:29, hiika bara 1899
Dhugaa: Waaqayyo namoota kan uume lafa irra bara baraaf akka jiraataniifi dha.
MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!
Gaaffii: Oduu nama gammachiisu eessaa waan argannu sitti fakkaata? [Viidiyoo Misiraachoo Dhagaʼuu ni Barbaaddaa? jedhamu itti argisiisi.]
Caqasa: Isa 52:7
Barreeffamicha Kennuuf: Birooshurri kun “misiraachoo” Kitaaba Qulqulluu keessatti argamuu fi yeroo gaariin akka dhufu ibsu qabateera.
ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi