LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Hagayya ful. 1
  • Ittiin Lixa tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa tajaajilaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DHUGAA BARSIISAA
  • MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Hagayya ful. 1
Babalʼistoonni Azarbaajaanitti argaman lama dubartii tokkoof birooshura Misiraachoo yommuu kennan

Babalʼistoonni Azarbaajaanitti argaman birooshura Misiraachoo yommuu kennan

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Dammaqaa! Lakk. 4 2017 | Humna Kee Ol Hojjechaa Jirtaa?

Gaaffii: Karaa sirrii taʼeen yeroo keenyatti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Lal 4:6

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun Dammaqaa! kun wanta dursa kennuufii qabnu ilaalchisee gorsa gaarii qabateera.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamaa

Gaaffii: Lafa kana irra kan jiraannu maaliifi?

Caqasa: Far 37:29, hiika bara 1899

Dhugaa: Waaqayyo namoota kan uume lafa irra bara baraaf akka jiraataniifi dha.

MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!

Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe!

Gaaffii: Oduu nama gammachiisu eessaa waan argannu sitti fakkaata? [Viidiyoo Misiraachoo Dhagaʼuu ni Barbaaddaa? jedhamu itti argisiisi.]

Caqasa: Isa 52:7

Barreeffamicha Kennuuf: Birooshurri kun “misiraachoo” Kitaaba Qulqulluu keessatti argamuu fi yeroo gaariin akka dhufu ibsu qabateera.

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi