Hagayya 7-13
HISQI’EL 28-31
Faarfannaa 136 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Saba Isa hin Waaqeffanne Tokko Badhaaseera”: (Daq. 10)
His 29:18—Nebukadnezaar Mootiin Baabilon, Xiirosiin injifachuuf carraaqqii cimaa godhus gatii dadhabbii isaa hin arganne (it-2-E 1136 key. 4)
His 29:19—Nebukadnezaar Mootichi carraaqqii Xiirosiin injifachuuf godheef, gatii dadhabbii isaa akka taʼuuf qabeenyi Gibxii isaaf kennameera (it-1-E 698 key. 5)
His 29:20—Yihowaan Baabilononni kaayyoon isaa akka raawwatamu waan godhaniif isaan badhaaseera (g86-E 11/8 27 key. 4-5)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
His 28:12-19—Gochi warra Xiiros, wanta Seexanni raawwatee wajjin kan wal fakkaatu karaa kamiini? (it-2-E 604 key. 4-5)
His 30:13, 14—Raajiin kun kan raawwatame akkamitti? (w03-AM 7/1 32 key. 1-3)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 29:1-12
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni seensa isaanii irratti oduu yeroo ammaatti xiyyeeffannaa namootaa hawwate akka dubbatanii fi birooshura Misiraachoo yommuu raabsan viidiyoo Misiraachicha Dhagaʼuu ni Barbaaddaa? jedhamu akka argisiisan jajjabeessi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5) Akka filannaatti barumsa Kitaaba Waggaa irraa argannu irratti mariʼachuu dandeessu. (yb17-E 35-36)
“Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Gad Of Qabuu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wantoota Amanamummaa Keessan Mancaasan Irraa Fagaadhaa—Koora jedhu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr “KUTAA 3-Ulaagaalee Mootummichaa—Qajeelummaa Waaqayyoo Barbaaduu” fi boq.10 key.1-7
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 110 fi Kadhannaa