LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Guraandhala ful. 3
  • Kiristoos Nuuf Jedhee Dhiphate

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kiristoos Nuuf Jedhee Dhiphate
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Garbichi Yihowaa “Balleessaa Keenyaaf In Waraaname”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • “Ati Qofti Amanamaa” Dha
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • Yesuus Raajiiwwan Dubbataman Raawwateera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Yihowaadhaaf Amanamoo Taʼuun Eebba Argamsiisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Guraandhala ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 52-57

Kiristoos Nuuf Jedhee Dhiphate

“Namoonni isa tuffatanii isa irraa in goran . . . nuyi . .  akka waan Waaqayyo dhaʼicha isatti fidee, akka waan inni isa rukutee gad isa deebisettis in lakkoofne”

53:3-5

  • Yesuus tuffatameera; himanni ‘Waaqayyoon arrabseera’ jedhus isa irratti dhihaateera. Warri tokkoo tokko immoo, Waaqayyo dhaʼicha hamaa isatti fidee isa adabaa jira jedhanii yaadanii turan

    Yesuus dhiphinni guddaan akka isa irra gaʼu kan beeku taʼus amanamaa taʼuuf murteessee ture

‘Waaqayyo, isa caccabsuun jaalala isaa taʼeera, jaalalli Waaqayyoos karaa isaa in raawwatama’

53:10

  • Yihowaan, Ilmi isaa ajjeefamu isaa yommuu argu baayʼee akka gaddu homaa hin shakkisiisu. Taʼus, Yesuus guutummaatti amanamaa akka taʼe yommuu argisiisu gammadeera. Duuti Yesuus gaaffii Seexanni amanamummaa tajaajiltoota Yihowaa irratti kaase deebii akka argatu godheera; ilmaan namootaa warra yaada jijjiirrataniifis eebba argamsiiseera. Karaa kanaanis ‘Jaalalli Waaqayyoo’ akka raawwatamu godheera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi