Guraandhala 13-19
ISAAYAAS 52-57
- Faarfannaa 20 fi Kadhannaa 
- Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad) 
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
- “Kiristoos Nuuf Jedhee Dhiphate”: (Daq. 10) - Isa 53:3-5—Inni ni tuffatame, balleessaa keenyaafis ni waraaname (w09 1/15 26 key. 3-5) 
- Isa 53:7, 8—Nuuf jedhee fedhii isaatiin lubbuu isaa aarsaa godheera (w09 1/15 27 key. 10) 
- Isa 53:11, [NW]; 53:12—Inni hanga duʼaatti amanamaa taʼee jiraachuu isaatiin qajeeloo taʼuu dandeenyeerra (w09 1/15 28 key. 13) 
 
- Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8) - Isa 54:1—‘Dubartii dhabduun’ raajii kana irratti ibsamte eenyu? ‘Ijoolleen’ ishii hoo eenyufaʼi? (w06-AM 3/15 11 key. 2) 
- Isa 57:15—Yihowaan “warra garaan isaanii cabee fi warra gad deebiʼanii” wajjin kan ‘jiraatu’ akkamitti? (w05-AM 10/15 26 key. 3) 
- Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa? 
- Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami? 
 
- Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 57:1-11 
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
- Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) ol—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. 
- Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) ol 30-31—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. 
- Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 14-15 ¶16-17—Dandaʼamnaan, abbaan tokko ilma isaa ykn intala isaa yommuu qoʼachiisu kan argisiisu haa taʼu. 
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
- “Ijoolleen Keessan Uumaa Irratti Amantii Cimaa Akka Qabaatan Gargaaraa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Waaqayyotti Amanuu (DARGAGGOOTA jalaa argama) jedhu taphachiisi. 
- Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 1 key. 11-20, chaartii “Qamadii fi Inkirdaada,” akkasumas chaartii “Dhaloota” jedhan 
- Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3) 
- Faarfannaa 53 fi Kadhannaa