LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Guraandhala ful. 4
  • Guraandhala 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Guraandhala ful. 4

Guraandhala 20-26

ISAAYAAS 58-62

  • Faarfannaa 57 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • ‘Waggaa Waaqayyo Biratti Jaallatamee Fudhatame Labsaa’: (Daq. 10)

    • Isa 61:1, 2—Yesuus ‘waggaa Waaqayyo biratti jaallatamee fudhatame labsuuf’ dibame (ip-2-AM 322 key. 4)

    • Isa 61:3, 4—Yihowaan hojii isaa akka deggeruuf “qilxuu qajeelinaa” qopheesseera (ip-2-AM 326-327 key. 13-15)

    • Isa 61:5, 6—“Ilmaan ormaa” “luboota Waaqayyoo” wajjin duula lallabaa addunyaa maratti taasifamee hin beekne guddaa irratti ni hirmaatu (w12 12/15 25 key. 5-6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 60:17—Yihowaan guyyoota gara dhumaatti raajiin kun akka raawwatamu kan godhe karaawwan kamiini? (w15 7/15 9-10 key. 14-17)

    • Isa 61:8, 9—“Kakuu bara baraa” kan jedhame maali dha? “Sanyii isaanii” kan jedhaman hoo eenyufaʼi? (w07-AM 1/15 11 key. 5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 62:1-12

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.1 fuula jalqabaa

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.1 fuula jalqabaa

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 16 key. 19—Dandaʼamnaan, haati tokko intala ishii xinnoo utuu qoʼachiistuu kan argisiisu haa taʼu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 66

  • Tajaajila Keessan Irratti Viidiyootti Fayyadamaa: (Daq. 6) Haasaa. Viidiyoo Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha? (WALGAʼIIWWANII FI TAJAAJILA KEENYA jalaa argama) jedhu taphachiisi. Jiʼa Bitootessaa fi Eblaatti guyyaa jalqabaatti ykn deddeebii gaaffii irratti barreeffamoota yommuu raabsan viidiyootti akka fayyadaman hunda isaanii jajjabeessi.

  • “Barreeffamoota Keenyatti Sirriitti Fayyadamaa”: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu Koongootti Raabsuu (HOJIIWWAN KEENYA jalaa argama) taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq.2 key. 1-12

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 77 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi