LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Guraandhala ful. 6
  • Guraandhala 27–Bitootessa 5

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 27–Bitootessa 5
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Guraandhala ful. 6

Guraandhala 27–Bitootessa 5

ISAAYAAS 63-66

  • Faarfannaa 145 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Bantiiwwan Waaqaa Haaraanii fi Lafti Haaraan Gammachuu Guddaa Argamsiisu”: (Daq. 10)

    • Isa 65:17—“Wanti dur taʼe hin yaadatamu” (ip-2-AM 383 key. 23)

    • Isa 65:18, 19—Yeroon sun yeroo baayʼee gammachiisaa taʼa (ip-2-AM 384 key. 25)

    • Isa 65:21-23—Jireenyi gammachiisaa taʼa; namoonnis tasgabbiidhaan jiraatu (w12 9/15 9 key. 4-5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 63:5, NW—Dheekkamsi Waaqayyoo kan isa deggere akkamitti? (w07-AM 1/15 11 key. 6)

    • Isa 64:8—Yihowaan aboo akka supheetti nu tolchuuf qabutti kan fayyadame akkamitti? (w13 6/15 25 key. 3-5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 63:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Efe 5:33—Dhugaa Barsiisaa.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Xi 5:8; Tit 2:4, 5—Dhugaa Barsiisaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) Isa 66:23; w06 11/1 31-32 key. 14-17—Mata duree: Walgaʼii Irratti Argamuu—Waaqeffannaa Keenya Isa Bara Baraaf Itti Fufu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 142

  • “Abdichatti Gammadaa” (Isa 65:17, 18; Rom 12:12): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Abdichatti Gammadaa (KITAABA QULQULLUU jalaa argama) jedhu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 2 key. 13-22

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi