LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Guraandhala ful. 7
  • Bantiiwwan Waaqaa Haaraanii fi Lafti Haaraan Gammachuu Guddaa Argamsiisu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bantiiwwan Waaqaa Haaraanii fi Lafti Haaraan Gammachuu Guddaa Argamsiisu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Wanti Dur Taʼe Hin Yaadatamu”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • “Kunoo, Ani Wantoota Hundumaa Haaraa Nan Godha”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Addunyaa Haaraa, Akka Waaqayyo Abdii Kennetti Dhufu
    Dammaqinaan Eegaa!
  • Addunyaa Haaraa Nagaa Qabu Keessa Jiraachuu
    Addunyaa Haaraa Nagaa Qabu Keessa Jiraachuu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Guraandhala ful. 7
Kiristoos Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼee yommuu bulchu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 63-66

Bantiiwwan Waaqaa Haaraanii fi Lafti Haaraan Gammachuu Guddaa Argamsiisu

Raajiin Isaayaas boqonnaa 65 irratti argamu haaromsa ilaalchisee abdiin Yihowaan kenne raawwatamuun isaa waan hin hafneef, Yihowaan akka waan abdiin kun raawwatameetti dubbateera

Yihowaan bantiiwwan waaqaa haaraa fi lafa haaraa wanti dur taʼe itti hin yaadatamne, inni darbes yaada namaa keessa hin dhufne uuma

65:17

Bantiiwwan waaqaa haaraan maali dha?

  • Bulchiinsa haaraa lafa irratti nagaan akka dagaagu taasisu dha

  • Bulchiinsi kun kan hundeeffame bara 1914⁠tti yeroo Kiristoos Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼee teessoo isaa irra taaʼetti dha

Lafti haaraan maali dha?

  • Hawaasa saba hundumaa, afaan hundumaa gosa hundumaa keessaa dhufee fi bulchiinsa haaraa samii irratti hundaaʼeef gammachuudhaan bitamu argisiisa

Wanti dur taʼee darbee fi yaada namaa keessa hin dhufne maali dha?

  • Wantoonni qaama, sammuu fi miira namootaa irratti miidhaa geessisanii fi yaadannoo gadhee taʼan hundi ni badu

  • Ilmaan namootaa amanamoo taʼan gammachuu guutuu argatu, guyyaadhaa gara guyyaatti yaadannoo gammachiisaa qabaatu

    Namichi wiilchariidhaan deemaa ture yommuu miillaan deemu, intalli xinnoon qeerransaa wajjin yommuu haasoftu, maatiin fuduraa yommuu waliin funaanan, namoonni warra duʼaa kaʼanii wajjin yommuu deebiʼanii wal argan
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi