LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 2
  • Caamsaa 1-7

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 1-7
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 2

Caamsaa 1-7

ERMIYAAS 32-34

  • Faarfannaa 2 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fakkeenya Israaʼel Deebitee Akka Ijaaramtu Argisiisu”: (Daq. 10)

    • Er 32:6-9, 15—Yihowaan, Ermiyaas lafa akka bitu kan isa ajaje siʼa taʼu, kun immoo fakkeenya Israaʼeloonni gara biyya isaaniitti akka deebiʼan argisiisu dha (it-1-E 105 key. 2)

    • Er 32:10-12—Ermiyaas seera bittaa fi gurgurtaa hunda sirriitti hordofeera (w07-AM 3/15 11 key. 3)

    • Er 33:7, 8—Yihowaan warra boojuudhaa deebiʼan akka ‘qulqulleessu’ waadaa galeera (jr-E 152 key. 22-23)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 33:15, hiika bara 1899—‘Latiin’ Daawit eenyu? (jr-E 173 key. 10)

    • Er 33:23, 24—As irratti “mootummaa Israaʼelii fi mootummaa Yihudaa [“Maatii lamaan,” NW]” jedhamanii kan waamaman eenyufaʼi? (w07-AM 3/15 11 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 32:1-12

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Hundi isaanii ittiin lixa viidiyoo birooshura Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa jedhamu yommuu raabsan akka gaariitti akka itti fayyadaman jajjabeessi. (viidiyoo jalaa OUR MEETINGS AND MINISTRY isa jedhu ilaali).

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 42

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15) Akka filannootti, barumsawwan Kitaaba Waggaa irraa argaman irratti mariʼadhaa. (yb16-E 67-71)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 5 key. 10-17 fi saanduqa “Aara Galfii Guddaa”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 66 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi