TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | ERMIYAAS 32-34
Fakkeenya Israaʼel Deebitee Akka Ijaaramtu Argisiisu
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Ermiyaas seera bittaa fi gurgurtaa hordofeera.
Yihowaan, boojiʼamtoota adaba isaaniif kenname fudhataniif dhiifama godhee gara Israaʼelitti akka isaan deebisu abdii kennuudhaan gaarummaa isaa argisiiseera.