LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 3
  • Caamsaa 8-14

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 8-14
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 3

Caamsaa 8-14

ERMIYAAS 35-38

  • Faarfannaa 55 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ebeed-Melek—Nama Ija Jabinaa fi Gaarummaa Argisiisuudhaan Fakkeenya Taʼu”: (Daq. 10)

    • Er 38:4-6—Zedeqiiyaan sodaa namootaatiin moʼamee, mormitoonni Ermiyaasiin ajjeesuuf boolla bishaanii dhoqqee qabu keessa akka isa buusan heyyame (it-2-E 1228 key. 3)

    • Er 38:7-10—Ebeed-Melek Ermiyaasiin gargaaruuf ija jabinaa fi hatattamaan tarkaanfii fudhateera (w12-AM 5/1 31 key. 2-3)

    • Er 38:11-13—Ebeed-Melek gaarummaa argisiiseera (w12-AM 5/1 31 key. 4)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 35:19—Rekaabonni kan eebbifaman maaliifi? (it-2-E 759)

    • Er 37:21—Yihowaan Ermiyaasiif kunuunsa kan godhe akkamitti? Kana beekuun keenya yommuu rakkinni nu mudatu kan nu jajjabeessu akkamitti? (w98-AM 1/15 18 key. 16-17; w95-AM 8/1 5 key. 5-6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 36:27–37:2

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp17.3 fuula jalqabaa—Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp17.3 fuula jalqabaa—Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 26

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 92

  • “Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu”: (Daq. 15) Jaarsi tokko gaaffii fi deebiidhaan kan dhiheessu. Viidiyoo Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu jedhamu erga taphachiistee booda obboleessa koree suphaa Galma Mootummaa fi bakka buʼaa gumii keessaniitiif gaafannoo gabaabaa godhi. (Gumiin keessan bakka buʼaa hin qabu taanaan, qindeessaa qaama jaarsoliitiif gaafannoo godhi. Gumiin keessan Galma Mootummaatti kan fayyadamu kophaa isaa yoo taʼe immoo, obboleessa hojii Galma Mootummaa suphuu qindeessuuf gaafannoo godhi.) Dhiheenyatti piroojeektii suphaa Galma Mootummaa akkamiitu raawwatame? Gara fuulduraatti hoo maal hojjechuuf karoorfameera? Namni tokko dandeettii suphuu yoo qabaate ykn namoota dandeettii suphuu qabanii wajjin hojjechuudhaan dandeettii suphuu caalaatti guddifachuu yoo barbaade maal gochuu qaba? Haalli keenya maal iyyuu yoo taʼe, hundi keenya Galma Mootummaa kunuunsuuf gaʼee mataa keenya raawwachuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 5 key. 18-25 fi saanduqa “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 9 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi