LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 3
  • Ebeed-Melek—Nama Ija Jabinaa fi Gaarummaa Argisiisuudhaan Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebeed-Melek—Nama Ija Jabinaa fi Gaarummaa Argisiisuudhaan Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Nama Hundumaaf Akka Hojii Isaatti Deebisee ni Kaffala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Qabiyyee Ermiyaas
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 3

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | ERMIYAAS 35-38

Ebeed-Melek—Nama Ija Jabinaa fi Gaarummaa Argisiisuudhaan Fakkeenya Taʼu

Ebeed-Melek inni mana mootummaa Zedeqiiyaa keessatti abbaa taayitaa taʼee hojjetu amalawwan Waaqayyoon gammachiisan qaba ture

38:7-13

  • Ebeed-Melek Zedeqiiyaa Mooticha bira dhaqe

    Zedeqiiyaa Mootichatti ija jabinaan dubbachuudhaan boolla bishaanii keessaa Ermiyaasiin hatattamaan baaseera

  • Funyoon sun bobaa isaa akka hin miineef uffata moofaa bubbututaa Ermiyaasiif erguudhaan gaarummaa isatti argisiiseera

    Ermiyaas boolla bishaanii keessaa yommuu baafamu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi