- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
ERMIYAAS
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Ermiyaas raajii taʼee muudame (1-10)
Mulʼata muka almoondii (11, 12)
Mulʼata distii (13-16)
Ermiyaas hojii isaa akka raawwatu jajjabeeffame (17-19)
2
3
4
Yaada geddarachuun eebba argamsiisa (1-4)
Badiisa kaaba irraa dhufu (5-18)
Dhiphina Ermiyaasitti dhagaʼame (19-31)
5
Sabichi adaba Yihowaa fudhachuu dide (1-13)
Badiisni isaan irra ni gaʼa, taʼus haxaaʼamanii hin balleeffaman (14-19)
Yihowaan sabichi akka itti gaafatamu godhe (20-31)
6
Yeroon Yerusaalem itti marfamtu dhihaateera (1-9)
Yihowaan Yerusaalemitti ni dheekkame (10-21)
Weerartoota gara jabeeyyii kaaba irraa dhufan (22-26)
Ermiyaas akkuma nama sibiila qoree ilaaluu taʼe (27-30)
7
Sobaan mana qulqullummaa Yihowaatti amanamuu (1-11)
Manni qulqullummaan akkuma Shiiloo taʼa (12-15)
Waaqeffannaan sobaa ni balaaleffatame (16-34)
8
Sabichi daandii namoonni hedduun hordofan filate (1-7)
Dubbii Yihowaatiin alatti ogummaa akkamiitu jiraata? (8-17)
Ermiyaas kufaatii Yihudaatiin kan kaʼe faaruu gaddaa faarfate (18-22)
9
Gadda cimaa Ermiyaasitti dhagaʼame (1-3a)
Yihowaan Yihudaan akka itti gaafatamu godhe (3b-16)
Faaruu gaddaa Yihudaadhaaf faarfatame (17-22)
Yihowaa beekuudhaan boonuu (23-26)
10
Waaqolii sabootaa fi Waaqa jiraataa (1-16)
Badiisa guddaa fi boojuu dhiheenyatti dhufu (17, 18)
Ermiyaas ni gadde (19-22)
Kadhannaa raajichi dhiheesse (23-25)
11
Yihudaan kakuu Waaqaa wajjin galte cabsite (1-17)
Ermiyaas akkuma xobbaallaa hoolaa qalamuuf jedhuu taʼe (18-20)
Namoonni magaalaa isaa Ermiyaasiin morman (21-23)
12
13
Qabattoo quncee talbaa mancaʼe (1-11)
Gaaniiwwan daadhii wayinii ni caccabsamu (12-14)
Yihudaan ishiin hin jijjiiramne ni boojiʼamti (15-27)
14
Ongee, beelaa fi goraadee (1-12)
Raajonni sobaa ni balaaleffataman (13-18)
Ermiyaas sabichi cubbuu akka raawwate amanee fudhate (19-22)
15
Yihowaan murtii isaa hin jijjiiru (1-9)
Komii Ermiyaas (10)
Deebii Yihowaa (11-14)
Kadhannaa Ermiyaas (15-18)
Yihowaan Ermiyaasiin jajjabeesse (19-21)
16
Ermiyaas akka hin fuune, hin gaddinee fi affeerraa irratti hin argamne ajajame (1-9)
Adabamuu fi iddootti deebifamuu (10-21)
17
Cubbuun Yihudaa bocameera (1-4)
Eebba Yihowaatti amanamuun argamsiisu (5-8)
Garaan namaa gantuu dha (9-11)
Yihowaan abdii Israaʼeli (12, 13)
Kadhannaa Ermiyaas (14-18)
Sanbata qulqulluu godhanii eeguu (19-27)
18
Suphee harka suphe dhooftuu keessa jiru (1-12)
Yihowaan Israaʼel irraa ni garagale (13-17)
Ermiyaas irratti mariʼatan; innis ni kadhate (18-23)
19
20
21
22
23
Tiksitoota gaarii fi hamoo (1-4)
Tasgabbii “latii qajeelaa” jalatti argamu (5-8)
Raajonni sobaa ni balaaleffataman (9-32)
“Baʼaa” Yihowaa (33-40)
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
Waadaa iddootti akka deebifaman galame (1-13)
Tasgabbii ‘latii qajeelummaa’ jalatti argamu (14-16)
Kakuu Daawitii fi lubootaa wajjin galame (17-26)
34
35
36
Ermiyaas maraa kitaabaa irratti Baarukiin barreessise (1-7)
Baaruk sagalee isaa ol kaasee maraa kitaabaa irraa dubbise (8-19)
Yehoyaaqiim maraa kitaabaa gube (20-26)
Ergaan isaa maraa kitaabaa haaraa irratti irra deebiʼamee barreeffame (27-32)
37
Kaladoonni yeroodhaaf irraa deebiʼan (1-10)
Ermiyaas ni hidhame (11-16)
Zedeeqiyaan Ermiyaasii wajjin wal arge (17-21)
38
Ermiyaas boolla keessa buufame (1-6)
Ebeedmeleek Ermiyaasiin oolche (7-13)
Ermiyaas harka akka kennu Zedeeqiyaa gorse (14-28)
39
Kufaatii Yerusaalem (1-10)
Ermiyaas eegumsa argate (11-14)
Ebeedmeleek lubbuudhaan ni oola (15-18)
40
Nebuzaradaan Ermiyaasiin hiike (1-6)
Gedaaliyaan biyyattii irratti muudame (7-12)
Daba Gedaaliyaa irratti qopheeffame (13-16)
41
42
Sabichi Ermiyaas akka isaaniif kadhatu gaafatan (1-6)
Yihowaan, “Gara Gibxii hin dhaqinaa” jedhe (7-22)
43
44
45
46
47
48
49
Raajii Amoon irratti dubbatame (1-6)
Raajii Edoom irratti dubbatame (7-22)
Raajii Damaasqoo irratti dubbatame (23-27)
Raajii Qeedaarii fi Hazoor irratti dubbatame (28-33)
Raajii Eelaam irratti dubbatame (34-39)
50
51
52
Zedeeqiyaan Baabilon irratti fincile (1-3)
Nebukadnezaar Yerusaalemitti marse (4-11)
Magaalattii fi manni qulqullummaa ni balleeffaman (12-23)
Sabichi boojuudhaan Baabilonitti geeffame (24-30)
Yehoyaakiin ni hiikame (31-34)