LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 7
  • Caamsaa 29-Waxabajjii 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 29-Waxabajjii 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 7

Caamsaa 29–Waxabajjii 4

ERMIYAAS 49-50

  • Faarfannaa 74 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Namoota Gad Of Qaban ni Eebbisa; Warra Of Gurguddisan Immoo ni Adaba”: (Daq. 10)

    • Er 50:4-7—Israaʼelonni gad of qabuudhaan yaada geddaratan boojuu jalaa bilisa baʼanii gara Xiyoonitti deebiʼu

    • Er 50:29-32—Baabilon Yihowaa duratti waan of gurguddisteef ni balleeffamti (it-1-E 54)

    • Er 50:38, 39—Sana booda Baabilon keessa eenyu iyyuu hin jiraatu (jr-E 161 key. 15; w98-AM 4/1 20 key. 20)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 49:1, 2—Yihowaan Amoonota kan ifatu maaliifi? (it-1-E 94 key. 6)

    • Er 49:17, 18—Edoom akka Sodoomii fi Gomoraa kan taatu akkamitti? Maaliif? (jr-E 163 key. 18; ip-2-AM 351 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 50:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) T-32—Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) T-32—Mata duree “Wantoota Kanarratti Yaadi” jedhu irratti mariʼadhaa. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w15 3/15 17-18—Mata Duree: Waggoota Dhihoodhaa Asitti Barreeffamoota Keenya Irratti Wantoota Gaaddidduu Taʼanii fi Wantoota Dhugaa Taʼan Irratti Ibsa Kennuun Hafaa kan Dhufe Maaliifi?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 41

  • Jirmicha Baasi: (Daq. 15) Viidiyoo Jirmicha Baasi jedhamu taphachiisi (kutaa THE BIBLE jedhu jalaa argama). Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Obboleessi kun amala of jajuu fi warra kaan ceephaʼuu akka qabu kan argisiise akkamitti? Ilaalcha isaa akka sirreessu kan isa gargaare maali dha? Akkas gochuun isaa kan isa fayyade akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 6 key. 16-24, fi saanduqa irra deebii ful. 76

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi