TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | ERMIYAAS 49-50
Yihowaan Namoota Gad Of Qaban ni Eebbisa; Warra Of Gurguddisan Immoo ni Adaba
Israaʼeloonni yaada jijjiirratan yommuu Yihowaan boojuu jalaa bilisa isaan baase gammachuudhaan booʼu
Kakuu isaa wajjin galanii turan akka haaraatti yaadatu; achiis karaa dheeraa deemanii gara Yerusaalemitti deebiʼuudhaan waaqeffannaa dhugaa deebisanii hundeessu
Baabilon ishiin of tuultuun miidhaa gara jabina guddaa saba Yihowaa irratti raawwatteef utuu hin adabamin hin haftu
Akkuma raajiidhaan dubbatamee ture, Baabilon namni kan ishii keessa hin jiraannee fi ona taate