ADOOLESSA 24-30
HISQI’EL 21-23
Faarfannaa 14 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Mootii Taʼuu kan Qabu Yesuus Isa Mirga Seeraa Qabu Dha”: (Daq. 10)
His 21:25—‘Guddaa Israaʼel isa jalʼaa’ kan jedhame Zedeqiiyaa Mooticha dha (w07 7/1-AM 13 key. 11)
His 21:26—Sanyiin Daawit Yerusaalem keessatti mootii taʼanii bulchuun isaanii ni hafa (w11 8/15 9 key. 6)
His 21:27, NW—‘Mirga Seeraa’ kan qabu Yesuus Kiristoosi dha (w14 10/15 10 key. 14)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
His 21:3—‘Billaan’ Yihowaan manʼee isaa keessaa luqqifatu maali dha? (w07-AM 7/1 14 key. 1)
His 23:49—Dogoggorri boqonnaa 23 irratti ibsame maali dha? Nuti hoo barumsa akkamii arganna? (w07-AM 7/1 14 key. 6)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 21:1-13
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) fg—Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisiitii irratti mariʼadhaa (garuu hin taphachiisin).
Deddeebii gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) bh—Nama maamila barruu kee taʼe yommuu haasofsiistu viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisiitii irratti mariʼadhaa (garuu hin taphachiisin).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 215 key. 3–216 key. 1
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Balbala Namootaa Irratti Amala Gaarii Argisiisuu”: (Daq. 15) Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo wantoota balbala dura yommuu dhaabannu of eeggannoo gochuu qabnu ibsu taphachiisuudhaan jalqabi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 9 key. 10-15, chaartii “Guddina Lakkoofsa Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu,” fi saanduqoota “Yihowaan Akka Dandaʼamu Godheera,” fi “‘Inni Xinnaan Saba Aango Qabeessa’ Kan Taʼe Akkamitti?”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 144 fi Kadhannaa