LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Adoolessa ful. 6
  • Mootii Taʼuu kan Qabu Yesuus Isa ‘Mirga Seeraa’ Qabu Dha

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mootii Taʼuu kan Qabu Yesuus Isa ‘Mirga Seeraa’ Qabu Dha
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Misiraachichaaf Falmuu fi Seera Duratti Fudhatama Akka Argatu Gochuu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yihowaan Tajaajila Keenya Akka Raawwannu Nu Gargaara
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Hisqiʼel Ergaa Waaqayyoo Gammachuudhaan Labseera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • “Ani Tiksee Tokko . . . Nan Kaasa”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Adoolessa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 21-23

Mootii Taʼuu kan Qabu Yesuus Isa ‘Mirga Seeraa’ Qabu Dha

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

Akkuma raajii Hisqiʼel irratti ibsame, mootii taʼuuf inni mirga seeraa qabu Yesuusi dha.

  • Yihudaa

    Uma 49:10

    Masiihichi karaa hidda dhalootaa eenyuutiin dhufa?

  • Daawit

    2Sam 7:12, 16

    Bara baraan jabaatee kan dhaabatu mootummaa eenyuuti?

  • Yoseef

    Mat 1:16

    Maatewos hiddi dhalootaa seera qabeessa ta‵ee karaa eenyuu akka dhufu ibse?

Yesuus

Yihowaan, Yesuus mootii mirga seeraa qabu akka taʼu gochuu isaa irraa barumsa akkamii argatta?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi