LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Waxabajjii ful. 5
  • Hisqiʼel Ergaa Waaqayyoo Gammachuudhaan Labseera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hisqiʼel Ergaa Waaqayyoo Gammachuudhaan Labseera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Tajaajila Keenya Akka Raawwannu Nu Gargaara
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • ‘Waaʼee Mana Qulqullummaa Ibsi’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • “Dhumni Si Irratti Dhufeera”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Waxabajjii ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQIʼEL 1-5

Hisqiʼel Ergaa Waaqayyoo Gammachuudhaan Labseera

Yihowaan, kitaaba maramu tokko akka nyaatuuf mulʼataan Hisqiʼeliif kenne. Mulʼatichi hiika maalii qaba?

2:9–3:2

  • Hisqiʼel ergaa Waaqayyoo guutummaatti hubachuu qaba ture. Dubbiin kitaaba maramu sana keessatti argamu miira Hisqiʼel waan tuqeef dubbachuuf isa kakaaseera

3:3

  • Hisqiʼel kitaaba maramu sana yommuu nyaatu kan isatti miyaaʼe, hojii isaaf kennameef ilaalcha sirrii waan qabuuf ture

Hisqiʼel ergaa Waaqayyoo isa kitaaba maramutti fakkeeffame erga nyaatee booda, namoota Israaʼelitti dubbate

Kadhannaa fi irratti xiinxaluudhaan Kitaaba Qulqulluu qoʼachuun, jireenya koo irratti jijjiirama kan fidu akkamitti?

Hojii lallabaatiif ilaalcha sirrii qabaachuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi