Hagayya 21-27
HISQI’EL 35-38
Faarfannaa 149 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Goog Inni Biyya Maagoog Yeroo Dhihootti Balleeffama”: (Daq. 10)
His 38:2—Maqaan Goog isa biyya Maagoog jedhu gamtaa sabootaa kan argisiisu dha (w15 5/15 29-30)
His 38:14-16—Goog inni biyya Maagoog saba Yihowaa irratti lola bana (w12-AM 9/15 5-6 key. 8-9)
His 38:21-23—Yihowaan Goog isa biyya Maagoog balleessuudhaan eenyummaan isaa akka beekamuu fi maqaan isaa akka qulqullaaʼu godha (w14 11/15 27 key. 16)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
His 36:20, 21—Sababii guddaan amala gaarii itti argisiisuu qabnu maali dha? (w02-AM 6/15 20 key. 12)
His 36:33-36—Caqasni kun bara keenyatti raawwii kan argate akkamitti? (w88-E 9/15 24 key. 11)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 35:1-15
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Far 37:29, hiika bara 1899—Dhugaa Barsiisaa.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 1:28; Isa 55:11—Dhugaa Barsiisaa.
Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w16.07 31-32—Mata Duree: Yaadni Waaʼee Ulee Lamaan Walitti Qabsiisuu Dubbatu Hiika Maalii Qaba?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Amantii”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wantoota Amanamummaa Guddisan Hordofaa—Amantii jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 10 key. 12-19, saanduqa “Fannoo Ilaalchisee Ifa Irraa Jalaan Ife,” saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 115 fi Kadhannaa