BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 35-38
Goog Inni Biyya Maagoog Yeroo Dhihootti Balleeffama
Kitaabni Qulqulluun wantoota Goog inni biyya Maagoog balleeffamuu isaa duraa fi booda raawwataman ni ibsa.
Rakkinni inni guddaan maal balleessuudhaan jalqaba?
Saba Yihowaa irratti miidhaa cimaa kan geessisu eenyu?
Yihowaan Goog isa biyya Maagoog waraana isa kam irratti balleessa
Bulchiinsi Kiristoos yeroo hammamiitiif tura?
Tarkaanfii Goog inni biyya Maagoog fudhatuuf karaa hafuuraa qophaaʼuu kanan dandaʼu akkamitti?