AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Amantii
BARBAACHISAA KAN TAʼE MAALIIFI?
Guutummaatti Waaqayyoon gammachiisuuf amantiin barbaachisaa dha.—Ibr 11:6
Amantiin abdii Waaqayyo kenne irratti qabnu qorumsa moʼuuf nu gargaara.—1Ph 1:6, 7
Amantiin keenya yoo hirʼate cubbuutti nu geessa.—Ibr 3:12, 13
KANA GOCHUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI?
Amantii dabalataa argachuuf kadhannaa dhiheessi.—Luq 11:9, 13; Gal 5:22
Dubbii Waaqayyoo dubbisii irratti xiinxali.—Rom 10:17; 1Xi 4:15
Yeroo hunda namoota amantii qabanii wajjin walitti dhihaadhu.—Rom 1:11, 12
Amantii koo fi kan maatii koo cimsuu kanan dandaʼu akkamitti?
VIIDIYOO WANTOOTA AMANAMUMMAA GUDDISAN HORDOFAA—AMANTII JEDHU ILAALI; ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALI: