LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Hagayya ful. 7
  • Hagayya 28–Fulbaana 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 28–Fulbaana 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Hagayya ful. 7

Hagayya 28–Fulbaana 3

HISQI’EL 39-41

  • Faarfannaa 24 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Manni Qulqullummaa Hisqiʼel Mulʼataan Arge Siif Hiika Akkamii Qaba?”: (Daq. 10)

    • His 40:2—Waaqeffannaan Yihowaa waaqeffannaa kami iyyuu caalaa ol ol taasifameera (w99-AM 3/1 11 key. 16)

    • His 40:3, 5—Yihowaan waaqeffannaa dhugaa ilaalchisee kaayyoo qabu akka galmaan gaʼu homaa hin shakkisiisu (w07-AM 8/1 10 key. 2)

    • His 40:10, 14, 16—Karaa Yihowaa duratti fudhatama qabuun isa waaqeffachuu yoo barbaanne, qajeelfamawwan isaa warra ulaagaa qajeelinaa isaa irratti hundaaʼaniin geggeeffamuu qabna (w07-AM 8/1 11 key. 4)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • His 39:7—Ilmaan namootaa hanqina haqaa mulʼatuuf kan itti gaafatamu Waaqayyo dha yommuu jedhan maqaa isaa xureessaa jiru kan jedhamu akkamitti? (w12-AM 9/1 21 key. 2)

    • His 39:9—Meeshaawwan waraanaa saboonni itti fayyadamaa turan Armaagedoon booda maal taʼu? (w89-E 8/15 14 key. 20)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 40:32-47

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) fg barumsa 1 key. 1—Viidiyoo Misiraachicha Dhagaʼuu Ni Barbaaddaa? jedhu beeksisuudhaan jalqabi (viidiyicha hin taphachiisin) Birooshuricha kenniif.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) fg barumsa 1 key.2​—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 1 key. 3-4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 53

  • “Dhiheenyatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu Kanan Dandaʼu Yoomi?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Gargaarsa Yihowaatiin Wanta Hunda Gochuu Nan Dandaʼa jedhame taphachiisi (viidiyichi GAAFANNOO FI MUUXANNOO jedhu jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 11 key. 1-8

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 48 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi