BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | DAANI’EL 1-3
Yihowaadhaaf Amanamoo Taʼuun Eebba Argamsiisa
Seenaan Ibroota sadanii murtoo Yihowaadhaaf amanamoo taanee jiraachuuf goone nuuf jabeessa
Akka caqasoonni armaan gadii argisiisanitti, Yihowaadhaaf amanamoo taʼuun maalfaa dabalata?