FULBAANA 18-24
DAANI’EL 1-3
Faarfannaa 148 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaadhaaf Amanamoo Taʼuun Eebba Argamsiisa”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Daaniʼel jedhamu taphachiisi.]
Dan 3:16-20—Michoonni Daaniʼel, Yihowaadhaaf amanamoo akka hin taane dhiibbaa cimaa isaan irra gaʼe damdamataniiru (w15 7/15 25 key. 15-16)
Dan 3:26-29—Amanamummaan isaanii Yihowaadhaaf ulfina, isaaniifis eebba argamsiiseera (w13 1/15 10 key. 13)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Dan 1:5, 8—Daaniʼelii fi michoonni isaa nyaata mootichaa isa filatamaa nyaachuun akka isaan xureessu kan murteessan maaliifi? (it-2-E 382)
Dan 2:44—Mootummaan Waaqayyoo bulchiinsa lafa irraa fakkicha irratti ibsaman caccabsee hurreessuu kan qabu maaliifi? (w12 6/15 17, saanduqa; w01-AM 10/15 6 key. 4)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Dan 2:31-43
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Isa 40:22—Dhugaa Barsiisaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Rom 15:4—Dhugaa Barsiisaa—Kaardii teessoo JW.ORG kenniif.
Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w17.02 29-30—Mata duree: Yihowaan Qorumsa Hammamii Akka Dandeenyu Dursee Beekee Qorumsa Nu Mudachuu Qabu Nuuf Filaa?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yeroo Qoramtan Yihowaadhaaf Amanamoo Taʼaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu.
“Firri Keessan Yommuu Gumiidhaa Baafamu Amanamoo Taʼaa”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 12 key. 1-8, saanduqa “Sirreeffama Isaaf Kenname Gad Of Deebisee Fudhateera”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 31 fi Kadhannaa