LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Onkoloolessa ful. 5
  • Onkoloolessa 16-22

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 16-22
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Onkoloolessa ful. 5

Onkoloolessa 16-22

HOSE’AA 1-7

  • Faarfannaa 108 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Jaalala Amanamaatti ni Gammada—Ati Hoo?”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Hoseʼaa jedhamu taphachiisi.]

    • Hos 6:4, 5—Yihowaan Israaʼelonni jaalala amanamaa dhabuu isaaniitti gaddee ture (w10 8/15 25 key. 18)

    • Hos 6:6—Yihowaan yeroo jaalala amanamaa argisiisnu ni gammada (w07-AM 9/15 16 key. 8; w07 6/15 12 key. 7)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Hos 1:7—Mana Yihudaatti ooʼi kan argisiifamee fi kan oolchame yoomi? (w07-AM 9/15 14 key. 7)

    • Hos 2:18—Caqasni kun kan raawwatame akkamitti? Gara fuulduraatti hoo kan raawwatamu akkamitti? (w05-AM 11/15 20 key. 16; g05-E 9/8 12 key. 2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Hos 7:1-16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) 1Yo 5:3—Dhugaa Barsiisaa. Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Kes 30:11-14; Isa 48:17, 18—Dhugaa Barsiisaa. Weebsaayitii jw.org itti argisiisi (mwb16.08 8 key. 2 ilaali.)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 12-13 key. 16-18—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 100

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15) Haasaa jaarsaan dhihaatu. Masaraa Eegumsaa Sadaasa 15, 2015, fuula 14 irratti hundooftee Kitaaba Qulqulluu irraa seensa daqiiqaa shanii erga gootee booda, viidiyoo Meeshaa Elektirooniksiitiin Buusii Gochuu jedhu taphachiisi. Vidiiyicha booda, jw.org irraa fuula “Hojii Keenya Addunyaa Maratti Hojjetamuuf Buusii Qarshii Gochuu” jedhu isaanitti argisiisi; biyya keessan keessatti filannoowwan meeshaalee elektirooniksiitiin buusii gochuun itti dandaʼamu ibsi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 13 key. 11-23

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 103 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi