LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Sadaasa ful. 2
  • Sadaasa 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Sadaasa ful. 2

Sadaasa 6-12

AMOS 1-9

  • Faarfannaa 60 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqayyoon Barbaaddadhaa, Jiraadhaas!”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Amos jedhamu taphachiisi.]

    • Amo 5:4, 6—Yihowaa beekuu fi fedha isaa raawwachuu qabna (w04-AM 11/15 24 key. 20)

    • Amo 5:14, 15—Ulaagaa Yihowaan wantoota gaarii fi gadhee ilaalchisee baase fudhachuu fi isaan jaallachuu barachuu qabna (jd-E 90-91 key. 16-17)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Amo 2:12—Yaada caqasa kana irratti argamu hojii irra oolchuu kan dandeenyu akkamitti? (w07-AM 10/1 14 key. 8)

    • Amo 8:1, 2—‘Guuboon ija mukaa bilchaataa baatu’ maal argisiisa? (w07-AM 10/1 14 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Amo 4:1-13

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 58

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu— Deddeebii Gaaffii Gochuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Achiis viidiyoo babalʼistoonni lama yommuu deddeebii gaaffii godhan argisiisu erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 14 key. 1-7

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 122 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi