BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | AMOS 1-9
“Waaqayyoon Barbaaddadhaa, Jiraadhaas!”
Yihowaa barbaaddachuu jechuun maal jechuu dha?
Waaʼee Yihowaa barachuu keenya itti fufuu fi qajeelfama isaa wajjin haala wal simuun jiraachuu jechuu dha
Israaʼeloonni Yihowaa barbaaddachuu yommuu dhiisan haala akkamiitu isaan mudate?
‘Wanta hamaa jibbuu fi wanta gaarii jaallachuu’ dhiisanii turan
Of gammachiisuu qofa irratti xiyyeeffatanii turan
Qajeelfama Yihowaatiif dantaa dhabanii turan
Yihowaan akka isa barbaaddannu nu gargaaruuf qophii akkamii nuuf godheera?