LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g20 Lakk. 2 ful. 16
  • Gargaarsa Argachuu Dandeessu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gargaarsa Argachuu Dandeessu
  • Dammaqaa!—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa
    Dammaqaa!—2018
  • JW.ORG Irraa Ogummaa Guyyaa Guyyaadhaan Isin Fayyadu Argadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Warraaf Gargaarsa Dabalataa
    Dammaqaa!—2019
  • Weeb Saayitii Keenya—Isa Nuunis Taʼe Namoota Kaan Gargaaruuf Qophaaʼe
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2020
g20 Lakk. 2 ful. 16
Dubartiin tokko tasgabbiidhaan soofa irra teessee Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jirti.

Gargaarsa Argachuu Dandeessu

Nama jaallattu duʼaan dhabdeettaa?

  • Jw.org irraa, mata duree “namoonni duʼan abdii maalii qabu?” jedhu ilaali.

Rakkinni dinagdee si mudachaa jiraa?

  • Jw.org irraa mata duree, “Akkaataa Qarshiitti Sirriitti Fayyadamuun Itti Dandaʼamu” jedhu ilaali.

Gaaffii ‘Faayidaan jiraachuun qabu maali dha?’ jedhu gaafattee beektaa.

  • Jw.org irraa mata duree, “maaliifan jiraadha?” fi “jiraachuun gatii qabaa?” jedhu ilaali.

Dhukkuba cimaa wajjin walʼaansoo gochaa jirtaa?

  • Jw.org irraa mata duree “yommuu dhukkuba cimaadhaan qabamtu” jedhu ilaali.

Kitaabni Qulqulluun qajeelfama tokkoon tokkoon miseensa maatii jireenya hunda irra wayyu akka jiraatu gargaaru qabateera. Qajeelfamni isaa dandeettii yaaduu fi waa madaaluu namni tokko qabu ni fooyyessa.—FAKKEENYA 1:1-4.

Ofuma keetii Kitaaba Qulqulluu akka qorattu si afeerra. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhu ilaali. Koodii kana dubbisiisi ykn jw.org daawwadhu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi