LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g18 Lakk. 2 ful. 16
  • Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa
  • Dammaqaa!—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warraaf Gargaarsa Dabalataa
    Dammaqaa!—2019
  • Gargaarsa Argachuu Dandeessu
    Dammaqaa!—2020
  • Gaaffiiwwan gurguddaa jireenya keessatti nu mudataniif eessaa deebii argachuu dandeenya?
    Gaaffiiwwan gurguddaa jireenya keessatti nu mudataniif eessaa deebii argachuu dandeenya?
  • Maatii Kabajuun
    Dammaqaa!—2024
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2018
g18 Lakk. 2 ful. 16
Jw.org taableetiidhaan yommuu ilaalu

Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa

KITAABNI QULQULLUUN QAJEELFAMA AMANSIISAA TAʼE hiriyoota gaaʼelaatiif, warraa fi dargaggootaaf ni kenna. Qajeelfamoonni kun, dandeettii yaaduu keenya guddifachuu fi murtoo gaarii gochuuf nu gargaaru.—Fakkeenya 1:1-4.

KITAABNI QULQULLUUN GAAFFILEE GUGUDDAA KANNEEN AKKA ARMAAN GADIITIIF DEEBII KENNA:

  • Kaayyoon jireenyaa maalidha?

  • Rakkina nurra gaʼuuf Waaqayyotu itti gaafatamaa?

  • Yeroo duunu maal taana?

Deebii gaaffilee kanaa fi kan biroo argachuuf ofuma keetiin Kitaaba Qulqulluu akka qortu si afeerra. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhu ilaali. Koodii kana dubbisiisi ykn www.jw.org/om ilaali.

Waaʼee gaaʼelaa fi maatii odeeffannoo dabalataa argachuuf www.jw.org/om irraa mata dureewwan walitti aananii baʼanii fi “Gargaarsa Maatiidhaaf Taʼu” jedhan ilaali ykn koodii kana dubbisiisi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi