LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Sadaasa ful. 4
  • Sadaasa 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Sadaasa ful. 4

Sadaasa 13-19

OBAADIYAA 1–YOONAAS 4

  • Faarfannaa 102 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dogoggora Keessan Irraa Baradhaa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Obaadiyaa jedhamu taphachiisi.]

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Yoonaas jedhamu taphachiisi.]

    • Yon 3:1-3—Yoonaas dogoggora isaa irraa barateera (ia 131 key. 22-23)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Oba 10—Edoom ‘bara baraan kan badde’ akkamitti? (w07-AM 11/1 13 key. 5)

    • Oba 12—Murtoo Waaqayyo Edoom irratti dabarse irraa maal baranna? (jd-E 112 key. 4-5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yon 3:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp17.6 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp17.6—Barruun kun yeroo darbe kennameera. Akkamitti deddeebii gaaffii gochuun akka dandaʼamuu fi barreeffamoota qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu ittiin geggeessinu keessaa isa tokko beeksisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) ld 12-13​—Fakkii irratti mariʼatan tokko filadhu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 98

  • “Barumsa Kitaaba Yoonaas Irraa Argannu”: (Daq. 15) Viidiyoo Waaqeffannaa Maatii: Yoonaas—Gara Laafina Yihowaa Irraa Barachuu (kutaa viidiyoo MAATII jalaa argama) jedhamu erga taphachiistee booda mata duree kana irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 14 key. 8-14, saanduqa “Ulfina Waaqayyoof Jedhee Duʼe”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 55 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi