LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Sadaasa ful. 4
  • Dogoggora Keessan Irraa Baradhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dogoggora Keessan Irraa Baradhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barumsa Kitaaba Yoonaas Irraa Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Dogoggorasaarraa Barateera
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Ooʼa Argisiisuu Barateera
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Qabiyyee Yoonaas
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Sadaasa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | OBAADIYAA 1–YOONAAS 4

Dogoggora Keessan Irraa Baradhaa

Seenaan waaʼee Yoonaas ibsu, Yihowaan yeroo nuti dogoggora raawwannu akka abdii nutti hin kutanne argisiisa. Haa taʼu malee, dogoggora keenya irraa akka barannuu fi jijjiirama barbaachisu akka goonu nu irraa eega.

Yon 1:3

Yoonaas, Yihowaan yommuu hojii isaaf kennu dogoggora akkamii raawwate?

Daandii galaana irraa Yopheetii gara Tarshiishitti geessu

Yon 2:1-10

Yoonaas waaʼee maalii kadhate? Yihowaan hoo deebii kan isaaf kenne akkamitti?

Yoonaas qarqara galaanaa cirracha irra jilbeenfatee kadhachaa jira

Yon 3:1-3

Yoonaas dogoggora isaa irraa akka barate kan argisiise akkamitti?

Daandii galaana irraa Yopheetii gara Tarshiishitti geessu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi