LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 1537-1538
  • Qabiyyee Yoonaas

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Yoonaas
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ooʼa Argisiisuu Barateera
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Dogoggorasaarraa Barateera
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Yoonaasiifi Qurxummii Guddicha
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Fakkeenya Raajotaa Fudhadhaa—Yoonaas
    Tajaajila Mootummaa—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Yoonaas

YOONAAS

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Yoonaas Yihowaa jalaa baqachuuf yaale (1-3)

    • Yihowaan obomboleettii cimaa kaase (4-6)

    • Yoonaas rakkinichaaf sababa dha (7-13)

    • Yoonaas galaana jeeqamu keessatti darbatame (14-16)

    • Qurxummii guddaan tokko Yoonaasiin liqimse (17)

  • 2

    • Yoonaas garaa qurxummii keessa taʼee kadhate (1-9)

    • Qurxummiin sun Yoonaasiin lafa gogaa irratti tufe (10)

  • 3

    • Yoonaas Waaqaaf ajajamee gara Nanawwee dhaqe (1-4)

    • Namoonni Nanawwee ergaa Yoonaas dhagaʼanii yaada geddaratan (5-9)

    • Waaqayyo Nanawwee balleessuu dhiisuuf murteesse (10)

  • 4

    • Yoonaas aaree duʼuu hawwe (1-3)

    • Yihowaan Yoonaasiin gara laafina barsiise (4-11)

      • “Baayʼee aaruun kee sirrii dhaa?” (4)

      • Buqqee hadhooftuu tokkotti fayyadamee barsiise (6-10)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi