Muddee 11-17
ZAKAARIYAAS 1-8
Faarfannaa 26 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Fiixee Uffata Nama Yihudii Tokkoo Qabachuu’: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Zakaariyaas jedhamu taphachiisi.]
Zak 8:20-22—Saba afaan gara garaa dubbatan hundumaa keessaa dhufan araara Yihowaa barbaadu (w14 11/15 27 key. 14)
Zak 8:23—Namoonni abdii lafa irra jiraachuu qaban, fedhii isaaniitiin dibamtootaa wajjin taʼanii isaan deggeru (w16.01 23 key. 4; w09 2/15 27 key. 14)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Zak 5:6-11—Jalʼina yeroo ammaa jiru ilaalchisee itti gaafatamummaan keenya maali dha? (w17.10 25 key. 18)
Zak 6:1—Tulloonni sibiila boorrajjii lamaan maal argisiisu? (w17.10 27-28 key. 7-8)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Zak 8:14-23
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.6 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.6—Barruun kun yeroo darbe kennameera. Akkamitti deddeebii gaaffii gochuu fi deebiʼanii dhaquudhaaf haala mijeessuun akka dandaʼamu argisiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 5 key. 1-2.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoota Naannoo Tajaajilaa Keenya Keessatti Argaman Hunda Haasofsiisuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo “Hanga Andaara Lafaatti” Lallabuu jedhamu taphachiisi (kutaa viidiyoo WALGAʼIIWWANII FI TAJAAJILA KEENYA jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 15 key. 18-28
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 34 fi Kadhannaa