LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Guraandhala ful. 2
  • Guraandhala 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Guraandhala ful. 2

Guraandhala 5-11

MAATEWOS 12-13

  • Faarfannaa 27 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fakkeenya Waaʼee Qamadii fi Inkirdaadaa Dubbatame”: (Daq. 10)

    • Mat 13:24-26—Namni tokko maasii isaa irratti sanyii gaarii facaase, diinni isaa immoo dhufee maasicha irratti inkirdaada facaase (w13 7/15 9-10 key. 2-3)

    • Mat 13:27-29—Qamadichii fi inkirdaadichi hanga yeroo makaraatti waliin guddatan (w13 7/15 10 key. 4)

    • Mat 13:30—Yeroo makaraatti, namoonni midhaan haaman jalqaba inkirdaadicha, achiis qamadicha walitti qaban (w13 7/15 12 key. 10-12)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 12:20—Gara laafina Yesuus hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (“foʼaa ibsaa aaru” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 12:20)

    • Mat 13:25—Bara duriitti namni tokko dhugumaan maasii namaa irratti inkirdaada facaasa yaanni jedhu amansiisaa dhaa? (w16.10 32)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 12:1-21

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 22-23 key. 10-12

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 68

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • “Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatamanii fi Hiika Isaan Nuuf Qaban”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Fakkeenyonni kun hirmaannaa tajaajila irratti goonu irratti jijjiirama fiduu kan qaban akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr “Kutaa 6—Mootummicha Deggeruu—Iddoo Waaqeffannaa Ijaaruufi Yeroo Balaan Gaʼu Gargaarsa,” boq. 18 key. 1-8

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 72 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi