LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Bitootessa ful. 4
  • Bitootessa 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Bitootessa ful. 4

Bitootessa 19-25

MAATEWOS 24

  • Faarfannaa 126 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Guyyoota Dhumaatti Karaa Hafuuraa Dammaqoo Taʼanii Jiraachuu”: (Daq. 10)

    • Mat 24:12—Hamminni dabalaa waan deemuuf jaalalli namootaa qabbanaaʼaa deema (it-2-E 279 key. 6)

    • Mat 24:39—Sochiin jireenya guyyaa guyyaa baramaa taʼe illee, namoota tokko tokkotti yaaddoo cimaa taʼuudhaan xiyyeeffannaan isaanii akka hihhiramu godheera (w99-AM 11/15 19 key. 5)

    • Mat 24:44—Gooftichi saʼaatii ni dhufa jedhamee hin yaadamnetti dhufa (jy 259 key. 5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 24:8—Wanti Yesuus dubbate maal kan argisiisu taʼuu dandaʼa? (“jalqaba ciniinsuu” nwtsty qabxii qoʼannaa Mat 24:8)

    • Mat 24:20—Yesuus kana kan dubbate maaliifi? (“yeroo gannaatti,” “guyyaa Sanbataatti” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 24:20)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 24:1-22

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni sun yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokko kaasa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni ati jalqaba haasofsiiste mana hin jiru; garuu firri isaa tokko balbala siif bane.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphaciisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 57

  • “Dhumni Sirna Kanaa Dhihaateera”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi (kutaa viidiyoo FROM OUR STUDIO jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 20 key. 17-19; saanduqoota “Akkaataa Jireenyaasaa Jijjiireera,” “Obboloonni Addunyaa Maratti Fedhiidhaan Hojjetan Jajjabina Argamsiisu”; saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 106 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi