AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Dhumni Sirna Kanaa Dhihaateera
Viidiyoo Dhumni Sirna Kanaa Dhihaateera jedhamu ilaalaa, achiis gaaffiiwwan armaan gadii Maatewos 24:34 ilaalchisee kaʼaniif deebii kennaa.
“Wantoonni kun hundi” kan jedhaman maali dha?
Yaanni Baʼuu 1:6 irra jiru hiika jecha ‘dhaloota’ jedhuu hubachuuf kan nu gargaaru akkamitti?
Dhaloonni Yesuus as irratti caqase kallattiidhaan eenyuun kan argisiisu dha?
“Dhaloonni kun” gareewwan lamaan warra kam kan qabate dha?
Jechoonni Yesuus, xumura yeroo dhumaa keessa jiraachaa akka jirru kan argisiisan akkamitti?