LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Bitootessa ful. 6
  • Bitootessa 26–Ebla 1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 26–Ebla 1
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Bitootessa ful. 6

Bitootessa 26–Ebla 1

MAATEWOS 25

  • Faarfannaa 143 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dammaqaa Eegaa”: (Daq. 10)

    • Mat 25:1-6—Durboonni abshaalonni shanii fi durboonni gowwoonni shan dhirsa misirroo simachuuf gad baʼan

    • Mat 25:7-10—Dhirsi misirroo yommuu dhufu durboonni gowwoonni sun hin turre

    • Mat 25:11, 12—Afeerraa cidhaa sanatti akka seenan kan isaaniif heyyamame durboota abshaalota qofa turan

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 25:31-33—Fakkeenyi waaʼee hoolotaa fi reʼootaa dubbatu hiika maalii akka qabu ibsi. (w15 3/15 27 key. 7)

    • Mat 25:40—Obboloota Kiristoosiif michoota akka taane argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? (w09 10/15 16 key. 16-18)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 25:1-23

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni sun Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu afeeri.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa kee filadhu, achiis barreeffama qoʼannaa kenniif.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w15 3/15 27 key. 7-10—Mata duree: Fakkeenyi Waaʼee Hoolotaa fi Reʼootaa Dubbatu Barbaachisummaa Hojii Lallabaa kan Addeessu Akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 85

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barattoonni Keenya Akkamitti Akka Qophaaʼan Leenjisuu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Achiis, viidiyoo babalʼistuun tokko nama Kitaaba Qulqulluu qoʼachiistu qoʼannaadhaaf akkamitti akka qophooftu yommuu leenjistu argisiisu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa. Karaawwan biraa barattoota Kitaaba Qulqulluu isaanii qoʼannaadhaaf qopheessuudhaan buʼa qabeessa taʼee argatan yoo jiraate akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.

  • Keessummoota Keenya Simachuu: (Daq. 5) Haasaa mata duree Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Bitootessa 2016 irratti hundaaʼee dhihaatu. Muuxannoo gaggaarii tibba Ayyaana Yaadannoo 2017⁠tti argame tokko tokko dubbadhu. Ayyaana Yaadannoo Bitootessa 31 kabajamu ilaalchisee, bakka konkolaataa dhaaban, galmicha seenuu fi baʼuu, akkasumas wantoota kana fakkaatan ilaalchisee yaadachiisa barbaachisaa taʼe kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr “Kutaa 7—Abdiiwwan Mootummichaa—Wanta Hunda Haaraa Gochuu,” boq. 21 key. 1-7

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 146 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi