LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Caamsaa ful. 6
  • Caamsaa 28–Waxabajjii 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 28–Waxabajjii 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Caamsaa ful. 6

Caamsaa 28–Waxabajjii 3

MAARQOS 13-14

  • Faarfannaa 55 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Nama Sodaachuun Kiyyoo Akka Isinitti hin Taane Of Eeggadhaa”: (Daq. 10)

    • Mar 14:29, 31—Ergamoonni Yesuus isa ganuuf hin yaanne ture

    • Mar 14:50—Yommuu Yesuus hidhamutti ergamoonni isaa hundi isa dhiisanii baqataniiru

    • Mar 14:47, 54, 66-72—Pheexiros Yesuus cinaa dhaabbachuu fi fagootti isa duuka buʼuuf ija jabina akka qabu argisiisee ture; yeroo booda garuu si’a sadi isa ganeera (ia 230 key. 14; it-2-E 619 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mar 14:51, 52—Dargaggeessi qullaa isaa baqate eenyu taʼuu dandaʼa? (w08 2/15 30 key. 6)

    • Mar 14:60-62—Yesuus gaaffii angafti lubootaa isa gaafateef deebii kennuuf kan filate maaliif taʼuu danda’a? (jy 287 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mar 14:43-59

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni haasofsiistu walgaʼii irratti akka argamu affeeri.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu. Barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 181-182 key. 17-18

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 73

  • “Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi (IJOOLLEE jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 3

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 141 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi