BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 11-12
Hunda Isaanii Caalaa Buusii Guddaa Kennite
Wantoota kanaa gadii wajjin haala wal qabateen seenaan kun maal nu barsiisa?
- Yihowaan wanta hojjennu ni dinqisiifata 
- Tajaajila Yihowaa irratti wanta dandeessan hunda godhaa 
- Wanta amma gochuu dandeessan, isa kanaan dura gochuu dandeessan wajjin ykn wanta namoonni kaan gochuu dandaʼan wajjin wal bira hin qabinaa 
- Namoonni hiyyeessota taʼan hammi isaa xinnoo yoo taʼe illee kennuu irraa duubatti jechuu hin qaban 
Barumsa kan biraa akkamii argatte?